

Energize - Family Home Child Cares
The Energize – Family Home Child Cares program provides services and County-managed installations in family home child cares to improve energy efficiency, indoor air quality, and resident comfort, and to lower energy costs. This program is open to licensed family home child cares (operated out of single-family homes) located in King, Kitsap, Pierce, and Snohomish Counties.
Mul’ata keenya
Godaantotni fi baqattootni Afrikaa Bahaa naannoo Seattle fi King county keessa jiran hawaasummaan, siyaasaa fi dinagdeen kan of danda’an akkasumas nageenya ummata waliigalaatif gumaachuu isaanii arguu.


Godaantotaa fi baqattoota uummatoota Afrikaa Bahaa galii xiqqaa qaban irratti xiyyeeffate hojii Hawaasummaa, barnoota fi abukaatummaa afaanota garagaraan akka argataniif gargaaruu.
Ergama keenya
Tajaajila kenninu
Ijoollee umuriin isaanii ijoollummaa isaaniitti deeggarsa kennuu irratti xiyyeeffachuun, akkataa isaan haala sirrii ta'een guddatan irratti degarsa kennuurratti xiyyeefata

Leenjii Itti Fayyadama Kompiitaraa fi Intarneetii
HOAS tajaajila navigeeshinii dijitaalaa fi leenjii bu'uuraa ogummaa kompiitaraa ni kenna.


Dhaabbatni keenya garaa garummaa tokko malee qaama Hawwaasa keenyaa gargaaruu barbaadu gammachuun simata. Nu waliin hirmaachuu barbaadduu?







