top of page

Sagantaa gargaarsa daa’immanii
Lead Awareness and Prevention
Gamtaa Dubartoota Baqattootaa (ReWA)
Dandeettii afaan Ingiliffaa keessan fooyyessuuf isin gargaara, leenjii hojii fi qophii hojii akka gotaniif isin gargaara, akkasumas qajeelfama dhuunfaa, bulchiinsa dhimmaa fi tajaajila deeggarsa hojii galma hojii keessanii wajjin walsimu akka argattan isin gargaaru.
Walitti Hidhamiinsa Waashingitan(Washington Connection
Washington Connection maatii fi namoonni dhuunfaa tajaajila adda addaa kan akka Nyaata, Maallaqa, Kunuunsa Daa’immanii, Kunuunsa Yeroo Dheeraa argachuuf karaa saffisaa fi salphaa ta’een ni dhiheessa
Sagantaa Qusannaa Medicare.
Namoonni umuriin isaanii waggaa 65 fi isaa ol ta’e, arguu hindandeenye (blind) ykn qaama miidhamtoota ta’anis gargaarsa yaalaa argachuuf iyyachuu ni danda’u.
bottom of page