top of page


Hojjetoota Keenya Qunnamaa
Tajaajila Horn of Africa Services keessatti gareen keenya tajaajilaa hawaasaa isin tajaajiluuf qophiidha. Fedhii keessaniif garee keenya qunnamuuf irraa duubatti hin jedhinaa. Odeeffannoo qunnamittii garee keenyaa kana gaditti argattu.
Sa'aatiin hojii keenyaa Wiixataaiina - Jimaata sa'aatii 9:00AM - 5:30PM dha. Yeroo hojii keenyaatti nu qunnamaa, gammachuudhaan isin gargaarra.
Sa’aatii hojiitiin ala odeeffannoo nu gaaftan hundaaf, guyyaa hojii itti aanutti isiniif deebifna.
Email: info@hoas.org
Tel: (206) 760 - 0550
Executive Director

Program Managers




Social Services Program


Early Learning Program










Youth Development Program

Client Support Specialist

IT Support Specialist

bottom of page